Gamtaa warri kaabaa taasisaniin akka isaan Aangoo biyya bulchuu qabna jedhanii Lola taasisaniif ABOn hin eeyyamu taa’ees hin ilaalu jedhame.
“Warri kaabaa deebi’anii akka biyya kana qabatan ABOn hin eeyyamu duras ni dhaabbanna “.Jaal Abdii Raggaasaa ABOn filannoo marsaa 7ffaa…
